LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yeroo sanatti ijji warra qaro dhabeeyyii ni banama,+

      Gurri duudes ni dhagaʼa.+

  • Maatewos 11:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+

  • Maatewos 15:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yeroo kanatti namoonni hedduun warra naafatan, warra lamshaaʼan, warra qaro dhabeeyyii taʼan, warra arrabni isaanii hidhamee fi namoota kan biroo hedduu fidanii gara isaa dhufuudhaan miila isaa jala isaan kaaʼan; innis isaan fayyise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi