LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa intala Xiyoon, baayʼee gammadi.

      Yaa intala Yerusaalem, injifannoodhaan iyyi.

      Kunoo, mootiin kee gara kee ni dhufa.+

      Inni qajeelaa dha, fayyina ni argamsiisa,*

      Kan gad of qabu dhas;+ harree irra taaʼee,

      Ilmoo harree,* eeyyee, ilmoo harree irra taaʼee ni dhufa.+

  • Maatewos 12:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 haa taʼu malee, inni eenyummaa isaa akka hin beeksisne cimsee isaan ajaje;+

  • Maatewos 12:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Inni hin falmu+ yookiin hin caraanu* yookiin eenyu iyyuu daandii guguddaa irratti sagalee isaa hin dhagaʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi