LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

      Mootii koo muudeera”+ jedha.

  • Isaayyaas 32:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Kunoo, mootiin+ qajeelummaadhaan ni bulcha,+

      Bulchitoonnis haqaan ni geggeessu.

  • Ermiyaas 23:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+

  • Luqaas 19:37, 38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Achiis daandii Gaara Ejersaa irraa gad buusutti akkuma dhihaateen, barattoonni isaa hundi dinqiiwwan argan hundumaatiin kan kaʼe, gammaduu fi sagalee isaanii guddisanii Waaqayyoon jajachuu jalqaban; 38 “Mootiin maqaa Yihowaatiin* dhufu eebbifamaa dha! Nagaan samii irratti, ulfinnis ol gubbaa irratti haa taʼu!”+ jedhu turan.

  • Yohaannis 1:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Naatnaaʼelis deebisee, “Rabbii, ati Ilma Waaqayyoo ti; ati Mootii Israaʼeli”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi