LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 8:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”*+ isaan jedhe. Namichis yeruma sana dhukkuba nadaayii sana irraa fayye.*+ 4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 3:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Hafuuronni xuraaʼoon+ illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii, “Ati Ilma Waaqayyoo ti” jedhanii iyyu turan.+ 12 Haa taʼu malee, inni eenyummaa isaa akka hin beeksisne yeroo baayʼee cimsee isaan ajaja ture.+

  • Maarqos 7:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yeroo kanatti gurri isaa ni baname,+ arrabni isaa inni hidhames ni hiikame; sirriitti dubbachuus ni jalqabe. 36 Achiis wanta kana eenyutti iyyuu akka hin himne isaan ajaje;+ inni cimsee isaan ajajus, isaan garuu ittuma caalchisanii dubbachuu isaanii itti fufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi