-
Maarqos 5:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Achiis sagalee guddaadhaan iyyee, “Yaa Yesuus Ilma Waaqa Isa Hundaa Olii, anii fi ati maal wal irraa qabna? Akka na hin dhiphisne maqaa Waaqayyootiin sin kakachiisa”+ jedhe.
-