LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 42:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni hin iyyu yookiin sagalee isaa ol hin kaasu,

      Sagaleen isaa daandii irratti akka dhagaʼamus hin godhu.+

  • Maatewos 8:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”*+ isaan jedhe. Namichis yeruma sana dhukkuba nadaayii sana irraa fayye.*+ 4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 5:42, 43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Intalattiinis yeruma sana kaatee deemuu jalqabde. (Umuriin ishii waggaa 12 ture.) Yeroo kanatti warri ishii baayʼee gammadanii of wallaalan. 43 Inni garuu waaʼee kanaa eenyutti iyyuu akka hin dubbanne irra deddeebiʼee* isaan ajaje;+ wanta nyaatamu akka ishiidhaaf kennanis isaanitti hime.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi