LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 1:33, 34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Mootichis akkana isaaniin jedhe: “Tajaajiltoota gooftaa keessanii fudhadhaa; ilma koo Solomooniinis gaangee*+ koo irra kaaʼaatii gara Giyoonitti+ gad isa geessaa. 34 Saadoq lubichii fi Naataan raajichi achitti Israaʼel irratti mootii godhanii isa ni dibu;+ achiis xurumbaa* afuufaatii, ‘Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’+ jedhaa.

  • Maatewos 21:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Akkana jedhaa intala Xiyoonitti himaa: ‘Kunoo, mootiin kee garraamii+ taʼee, harree irra, eeyyee, ilmoo harree ishii horii feʼumsaa taate irra taaʼee gara kee ni dhufa.’”+

  • Maatewos 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Harree sanaa fi ilmoo ishii ni fidan; uffata isaaniis isaan irra buusan; Yesuusis irra taaʼe.+

  • Yohaannis 12:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yesuus ilmoo harree argatee irra taaʼe;+ kunis akkuma akkana jedhamee barreeffametti dha: 15 “Yaa intala Xiyoon, hin sodaatin. Kunoo, mootiin kee ilmoo harree irra taaʼee dhufa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi