Maatewos 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Harree sanaa fi ilmoo ishii ni fidan; uffata isaaniis isaan irra buusan; Yesuusis irra taaʼe.+ Maarqos 11:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis ilmoo harree+ sana gara Yesuusitti fidanii uffata isaanii irra buusan; innis irra taaʼe.+ Luqaas 19:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Achiis gara Yesuusitti fidan; uffata isaanii dugda ilmoo harree sanaa irra buusanii Yesuusiin irra kaaʼan.+
35 Achiis gara Yesuusitti fidan; uffata isaanii dugda ilmoo harree sanaa irra buusanii Yesuusiin irra kaaʼan.+