Maatewos 8:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe. Luqaas 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yesuusis eenyutti iyyuu akka hin himne namicha ajaje. Achiis, “Garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi. Isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
4 Achiis Yesuus, “Eenyutti iyyuu akka hin himne of eeggadhu;+ garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi;+ isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.
14 Yesuusis eenyutti iyyuu akka hin himne namicha ajaje. Achiis, “Garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi. Isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.