LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti dubartiin dhiigni ishii dhangalaʼuudhaan+ waggaa 12f dhiphachaa turte tokko duuba isaatiin dhuftee fiixee uffata isaa tuqxe;+ 21 ishiin garaa ishiitti, “Ani uffata isaa qofa yoon tuqe illee nan fayya” jettee yaadaa turte.

  • Maarqos 5:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ishiin waaʼee Yesuus yommuu dhageessu, namoota hedduu gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee uffata isaa tuqxe;+ 28 sababiin isaas ishiin, “Uffata isaa qofa illee yoon tuqe nan fayya”+ jettee yaaddi turte.

  • Maarqos 6:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 Gandeen yookiin magaalota yookiin baadiyyaa inni dhaqu hundatti namoonni warra dhukkubsatan fidanii bakka gabaa kaaʼu turan; isaan fiixee uffata isaa illee akka tuqan isa kadhatu turan.+ Warri fiixee uffata isaa tuqan hundis ni fayyan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi