Isaayyaas 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis Yihowaan Isaayyaasiin akkana jedhe: “Maaloo, atii fi ilmi kee Sheʼaaryaashuub*+ fiixee ujummoo* bishaan kuufamaa isa olii+ isa daandii guddaa maasii namicha uffata miiccu sanaa biratti argamu irratti Akaaziin argachuuf gad baʼaa.
3 Achiis Yihowaan Isaayyaasiin akkana jedhe: “Maaloo, atii fi ilmi kee Sheʼaaryaashuub*+ fiixee ujummoo* bishaan kuufamaa isa olii+ isa daandii guddaa maasii namicha uffata miiccu sanaa biratti argamu irratti Akaaziin argachuuf gad baʼaa.