LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 9:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 “Tokkoon tokkoon keessan michuu keessan irraa of eegaa,

      Obboleessa keessan illee hin amaninaa.

      Sababiin isaas, obboleessi hundi gantuu,+

      Michuun hundis maqaa kan balleessu dha.+

       5 Tokkoon tokkoon namaa michuu isaa gowwoomsa,

      Namni dhugaa dubbatus hin jiru.

      Arraba isaanii soba dubbachuu barsiisaniiru.+

      Wanta dogoggora taʼe raawwachuudhaan of dadhabsu.

  • Miikiyaas 3:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Isin garuu wanta gaarii ni jibbitu,+ wanta hamaa immoo ni jaallattu;+

      Saba koo irraa gogaa isaanii ni quncistu, lafee isaanii irraas foon ni kaastu.+

       3 Kana malees foon saba kootii ni nyaattu,+

      Gogaa isaaniis irraa ni baastu,

      Akkuma wanta distiitti affeelameetti, akkuma foon distii keessa jiruutti,

      Lafee isaanii caccabsitanii ni hurreessitu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi