LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ati hin dhageenyee? Kun yeroo dheeraa dura murteeffameera.*+

      Bara duriitii jalqabee ani kana qopheesseera.+

      Amma kun akka raawwatamu nan godha.+

      Atis magaalota dallaa dhagaa qaban tuullaa diiggaa ni goota.+

      26 Jiraattonni isaanii gargaarsa kan hin qabne taʼu;

      Isaan ni sodaatu, ni qaanaʼus.

      Isaan akka biqiltuu dirree irraa fi akka marga lalisaa,+

      Akka marga baaxii irratti biqilee bubbee bahaatiin waxalamees ni taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi