9 Innis akkana naan jedhe: “Balleessaan mana Israaʼelii fi mana Yihudaa baayʼee, baayʼee guddaa dha.+ Biyyattiin dhiiga dhangalaasuudhaan,+ magaalattiinis hamminaan guutamteetti.+ Sababiin isaas isaan, ‘Yihowaan biyyattii dhiiseera, akkasumas Yihowaan hin argu’ jedhu.+