- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 32:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
22 Akka kanaan, Yihowaan harka Senaaheriib mootii Asoorii fi harka warra kaanii hundumaa irraa Hisqiyaasiin, akkasumas jiraattota Yerusaalemiin ni oolche; kallattii hundumaatiinis boqonnaa isaaniif ni kenne.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 10:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Guyyuma kanatti inni Noob+ keessa ni dhaabbata.
Harka isaa aboottatees, gaara intala Xiyoon irratti,
Tabba Yerusaalem irratti ni raasa.
 
 -