LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 20:8-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Hisqiyaas, “Yihowaan akka na fayyisuu fi guyyaa sadaffaatti gara mana Yihowaatti akkan ol baʼu mallattoon argisiisu maali dha?”+ jedhee Isaayyaasiin gaafatee ture. 9 Isaayyaasis deebisee, “Mallattoon Yihowaa biraa dhufee fi Yihowaan wanta dubbate akka raawwatu argisiisu kana dha: Gaaddidduun kortoo* irra jiru tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti akka deemu moo tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiʼu barbaadda?” isaan jedhe.+ 10 Hisqiyaasis, “Gaaddidduun sun tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti deemuun isaa salphaa dha; tarkaanfii kudhan gara duubaatti deebiʼuun isaa garuu salphaa miti” jedhe. 11 Kanaafuu, Isaayyaas gara Yihowaatti ni iyye; innis gaaddidduun kortoo Akaaz irra jiruu fi gad buʼee ture sun, tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiʼu godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi