-
2 Mootota 20:16-18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yeroo kanatti Isaayyaas Hisqiyaasiin akkana jedhe: “Dubbii Yihowaa dhagaʼi;+ 17 ‘Kunoo, guyyaan wantoonni mana kee keessa jiran hundii fi wantoonni abbootiin kee hamma harʼaatti kuufatan hundi gara Baabilonitti itti geeffaman ni dhufa.+ Wanti tokko illees hin hafu’ jedha Yihowaan. 18 ‘Ilmaan kee warra ati dhalchitu keessaa tokko tokkos ni fudhatamu;+ mana mootummaa mootii Baabilon keessattis abbootii taayitaa ni taʼu.’”+
-