-
Daaniʼel 2:49Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
49 Mootichi gaaffii Daaniʼel dhiheesseen Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo+ bulchiinsa koonyaa Baabilon irratti ni muude; Daaniʼel garuu mana mootummaa keessatti tajaajila ture.
-
-
Daaniʼel 5:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Sana booda Belshaazaar ajaja kenne; isaanis Daaniʼelitti uffata bifa dhiilgee uwwisan, morma isaatti amartii mormaa warqii irraa tolfame ni kaaʼan; mootummicha keessatti bulchaa sadaffaa akka taʼes ni labsan.+
-