LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootichi warra hooda dubbatan, Kaladootaa* fi warra urjii lakkaaʼan akka waaman sagalee guddaadhaan ajaja kenne.+ Mootichi namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiraniin, “Namni barreeffama kana dubbisee hiika isaa natti himu kam iyyuu uffanni bifa dhiilgee isatti ni uwwifama, amartiin mormaa warqii irraa tolfame morma isaatti ni kaaʼama,+ mootummaa koo keessattis bulchaa sadaffaa ni taʼa”+ jedhe.

  • Daaniʼel 5:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ati garuu abjuuwwan hiikuu fi rakkoowwan wal xaxoo taʼan furuu* akka dandeessu dhagaʼeera.+ Egaa barreeffama kana dubbisuu fi hiika isaa natti himuu yoo dandeesse, uffanni bifa dhiilgee sitti uwwifama, amartiin mormaa warqii irraa tolfame morma keetti ni kaaʼama, mootummicha keessattis bulchaa sadaffaa ni taata.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi