-
Iyyoob 38:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yommuun lafa hundeessetti ati eessa turte?+
Hubannaa akka qabdu yoo sitti dhagaʼame natti himi.
5 Tarii beekta yoo taʼe, safartuu isaa kan irra kaaʼe,
Yookiin wadaroo safaraa isaa kan irra diriirse eenyu?
-