LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 36:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kunoo, Waaqayyo humna isaatiin ol kaʼeera;

      Barsiisaan akka isaa eenyu?

      23 Karaa isaa kan qajeelche,*

      Yookiin, ‘Wanti ati goote dogoggora dha’+ kan isaan jedhe eenyu?+

  • Roomaa 11:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Sababiin isaas, “Eenyutu yaada Yihowaa* beeke? Yookiin eenyutu gorsituu isaa taʼe?”+

  • 1 Qorontos 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, “Akka inni isa barsiisuuf, eenyutu yaada Yihowaa* beeke?”+ Nuti garuu yaada Kiristoos qabna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi