LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 3:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isatti aansee Paalaal ilmi Uuzaay isa Deggertuu Dallaa fuuldura jiruu fi masaraa Mana Mootichaa+ biratti argamu, jechuunis isa Mooraa Eegdotaa+ keessatti karaa oliitiin argamu ni haaresse. Isatti aansee Pedaayaan ilmi Paarosh+ ni haaresse.

  • Ermiyaas 33:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Utuma Ermiyaas Mooraa Eegdotaa+ keessatti hidhamee jiruu dubbiin Yihowaa akkana jedhu yeroo lammataatiif gara isaa ni dhufe:

  • Ermiyaas 38:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Hamma guyyaa Yerusaalem qabamtetti Ermiyaas Mooraa Eegdotaa keessa jiraate;+ yommuu Yerusaalem qabamtettis inni achuma ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi