-
Ermiyaas 37:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Ermiyaas itti dabaluudhaan Zedeeqiyaa Mootichaan akkana jedhe: “Mana hidhaatti kan na galchitan, ani si irratti, tajaajiltoota kee irrattis taʼe saba kana irratti cubbuu maaliin hojjedhe?
-
-
Ermiyaas 37:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kanaafuu, Zedeeqiyaan Mootichi Ermiyaas Mooraa Eegdotaa+ keessatti akka hidhamu ajaje; daabboon magaalattii keessa jiru hundi hamma dhumuttis+ daandii warra daabboo tolchanii irraa guyyaa guyyaadhaan daabboon tokko tokko isaaf ni kennama ture.+ Ermiyaasis Mooraa Eegdotaa keessa jiraachuu isaa itti fufe.
-