LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiʼa arfaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa saglaffaatti magaalattii keessatti beelli ni hammaate;+ namoonni biyyattiis wanta nyaatan hin qaban turan.+

  • Ermiyaas 38:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yaa gooftaa koo yaa mootii, namoonni kun Ermiyaas raajicha irratti jalʼina raawwataniiru! Boolla bishaanii keessa isa buusaniiru; magaalattii keessa daabboon hafe waan hin jirreef, inni achitti beelaan ni duʼa.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi