-
Ermiyaas 51:59Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
59 Zedeeqiyaan mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, yommuu Seraayaan ilmi Neriyaa+ ilmi Maaseyaa mootichaa wajjin gara Baabilon deemetti ajajni Ermiyaas raajichi isaaf kenne isa kana; Seraayaan itti gaafatamaa mana mootummaa ture.
-