Ermiyaas 32:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 achiis waliigaltee bittaa sana Hanaamiʼel ilma wasiila kootii, ragoota waliigaltee sana irratti barreessanii fi Yihudoota warra Mooraa Eegdotaa+ keessa taaʼanii jiran hundumaa duratti Baaruk+ ilma Neriyaa+ ilma Maaseyaatti nan kenne. Ermiyaas 36:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+ Ermiyaas 45:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootii taʼee waggaa arfaffaatti,+ yommuu Baaruk+ ilmi Neriyaa dubbii Ermiyaas afaaniin itti hime kana kitaaba irratti barreessetti+ dubbiin Ermiyaas isatti dubbate isa kana:
12 achiis waliigaltee bittaa sana Hanaamiʼel ilma wasiila kootii, ragoota waliigaltee sana irratti barreessanii fi Yihudoota warra Mooraa Eegdotaa+ keessa taaʼanii jiran hundumaa duratti Baaruk+ ilma Neriyaa+ ilma Maaseyaatti nan kenne.
4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+
45 Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootii taʼee waggaa arfaffaatti,+ yommuu Baaruk+ ilmi Neriyaa dubbii Ermiyaas afaaniin itti hime kana kitaaba irratti barreessetti+ dubbiin Ermiyaas isatti dubbate isa kana: