Ermiyaas 45:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 45 Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootii taʼee waggaa arfaffaatti,+ yommuu Baaruk+ ilmi Neriyaa dubbii Ermiyaas afaaniin itti hime kana kitaaba irratti barreessetti+ dubbiin Ermiyaas isatti dubbate isa kana:
45 Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootii taʼee waggaa arfaffaatti,+ yommuu Baaruk+ ilmi Neriyaa dubbii Ermiyaas afaaniin itti hime kana kitaaba irratti barreessetti+ dubbiin Ermiyaas isatti dubbate isa kana: