12 achiis waliigaltee bittaa sana Hanaamiʼel ilma wasiila kootii, ragoota waliigaltee sana irratti barreessanii fi Yihudoota warra Mooraa Eegdotaa+ keessa taaʼanii jiran hundumaa duratti Baaruk+ ilma Neriyaa+ ilma Maaseyaatti nan kenne.
3 Kanaa mannaa, akka nu ajjeesaniif yookiin boojiʼanii gara Baabilonitti akka nu geessaniif, harka Kaladootaatti dabarfamnee akka kennamnu gochuuf Baaruk+ ilma Neriyaatu nu irratti si kakaasaa jira.”+