LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 38:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bulchitoonni sunis mootichaan akkana jedhan: “Inni dubbii akkanaa isaanitti dubbachuudhaan hamilee* loltoota magaalaa kana keessatti hafanii, hamilee namoota hundumaas laaffisaa waan jiruuf, maaloo namichi kun akka ajjeefamu godhi.+ Sababiin isaas, namichi kun nagaa saba kanaa utuu hin taʼin badiisa isaanii barbaada.”

  • Ermiyaas 38:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, isaan Ermiyaasiin qabanii boolla bishaanii Maalkiyaa ilma mootichaa isa Mooraa Eegdotaatti+ argamu keessa buusan. Wadaroodhaan gad isa ni buusan. Boolli bishaanii sun dhoqqee qofa malee bishaan hin qabu ture; Ermiyaasis dhoqqee sana keessa gad lixuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi