Ermiyaas 26:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Luboonnii fi raajonni sun bulchitootaa fi guutummaa sabichaatiin, “Namichi kun akkuma amma isin gurra keessaniin dhageessanitti magaalaa kana irratti raajii waan dubbateef,+ duʼaan adabamuu qaba”+ jedhan.
11 Luboonnii fi raajonni sun bulchitootaa fi guutummaa sabichaatiin, “Namichi kun akkuma amma isin gurra keessaniin dhageessanitti magaalaa kana irratti raajii waan dubbateef,+ duʼaan adabamuu qaba”+ jedhan.