LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+

  • Ermiyaas 36:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Kana malees, mootichi Baaruk isa barreessaa taʼee fi Ermiyaas raajicha akka qabaniif Yeraamiʼel ilma mootichaa, Seraayaa ilma Azriʼelii fi Shelemiyaa ilma Abdiʼeliin ni ajaje; Yihowaan garuu isaan dhoksee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi