LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 32:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 achiis waliigaltee bittaa sana Hanaamiʼel ilma wasiila kootii, ragoota waliigaltee sana irratti barreessanii fi Yihudoota warra Mooraa Eegdotaa+ keessa taaʼanii jiran hundumaa duratti Baaruk+ ilma Neriyaa+ ilma Maaseyaatti nan kenne.

  • Ermiyaas 45:2-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa Baaruk, Yihowaan Waaqni Israaʼel waaʼee kee akkana jedha: 3 ‘Ati, “Yihowaan rakkina koo irratti gadda waan dabaleef, anaaf wayyoo! Aaduu koo irraa kan kaʼe dadhabeera; bakka boqonnaas hin arganne” jetteetta.’

      4 “Akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani guutummaa biyyattii keessatti wantan ijaare nan diiga, wantan dhaabes nan buqqisa.+ 5 Ati garuu ofii keetiif wantoota guguddaa barbaadaa* jirta. Wantoota akkanaa barbaaduu kee dhiisi.”’

      “‘Sababiin isaas, ani foon* hundumaa irratti badiisa nan fida,+ bakka dhaqxu hundumaattis lubbuu kee akka boojuutti siif nan kenna’* jedha Yihowaan.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi