6 Isaan dhiirota, dubartoota, daaʼimman, ijoollee durbaa mootichaa fi warra Nebuzaradaan+ inni ajajaa waardiyyootaa taʼe Gedaaliyaa+ ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ biratti dhiise hundumaa, akkasumas Ermiyaas raajichaa fi Baaruk ilma Neriyaa ni fudhatan.