2 Mootota 22:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Boodas Hilqiyaan inni luba ol aanaa taʼe Shaafaan isa barreessaa taʼeen,+ “Mana Yihowaa keessaa kitaaba Seerichaa+ argadheera” jedhe. Kanaafuu, Hilqiyaan kitaabicha Shaafaanitti kenne; innis kitaabicha dubbisuu jalqabe.+
8 Boodas Hilqiyaan inni luba ol aanaa taʼe Shaafaan isa barreessaa taʼeen,+ “Mana Yihowaa keessaa kitaaba Seerichaa+ argadheera” jedhe. Kanaafuu, Hilqiyaan kitaabicha Shaafaanitti kenne; innis kitaabicha dubbisuu jalqabe.+