Faarfannaa 37:39, 40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+ 40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+ Isatti kooluu waan galaniif,+Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas. Ermiyaas 17:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Namni* Yihowaatti amanamu,Yihowaa kan abdatus eebbifamaa dha.+
39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+ 40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+ Isatti kooluu waan galaniif,+Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.