Ermiyaas 39:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Haa taʼu malee, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoota baayʼee hiyyeeyyii taʼan warra homaa hin qabne tokko tokko biyya Yihudaa keessatti dhiise. Guyyaa sanatti maasiiwwan wayinii fi maasiiwwan qotatan isaaniif ni kenne.*+
10 Haa taʼu malee, Nebuzaradaan inni ajajaa waardiyyootaa taʼe namoota baayʼee hiyyeeyyii taʼan warra homaa hin qabne tokko tokko biyya Yihudaa keessatti dhiise. Guyyaa sanatti maasiiwwan wayinii fi maasiiwwan qotatan isaaniif ni kenne.*+