LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 66:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaan ibiddaan,

      Eeyyee, goraadee isaatiin foon* hundumaa irratti murtii ni dabarsa;

      Warri Yihowaan ajjeesus hedduu ni taʼu.

  • Ermiyaas 25:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+

  • Ermiyaas 25:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 mootonni kaabaa warri dhihoo fi fagootti argaman hundi duraa duubaan, akkasumas mootummoonni addunyaa warri lafa irratti argaman kan biroon hundi ni dhugan; mootiin Sheshaak*+ immoo isaan booda ni dhuga.

  • Sefaaniyaa 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, hamma guyyaa ani saamichaaf* kaʼuutti,+

      Na eeggachuu* keessan itti fufaa,

      Sababiin isaas, dheekkamsa koo fi aarii koo isa bobaʼu hundumaa isaan irratti dhangalaasuuf,+

      Saboota walitti qabuuf, mootummootas sassaabuuf murtii dabarseera;

      Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa kootiin ni gubatti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi