Ermiyaas 51:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 “Sheshaak* kan qabamte akkamitti!+ Ulfinni guutummaa lafaa kan qabamte akkamitti!+ Baabilon saboota gidduutti wanta sodaachisaa kan taate akkamitti!
41 “Sheshaak* kan qabamte akkamitti!+ Ulfinni guutummaa lafaa kan qabamte akkamitti!+ Baabilon saboota gidduutti wanta sodaachisaa kan taate akkamitti!