LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 34:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+

      Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+

      Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;

      Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+

  • Yooʼel 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Saboota hundumaa walitti qabee

      Gara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa.

      Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,

      Biyya koos waan hirataniif,+

      Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,

      Achitti isaanitti nan murteessa.+

  • Mulʼata 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.

  • Mulʼata 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi