LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 38:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Ani golfaa+ fi dhiiga dhangalaasuudhaan murtii koo isa irratti nan dabarsa; isa, loltoota isaa fi namoota hedduu isaa wajjin jiran+ irrattis bokkaa yandoo, cabbii guguddaa,+ ibiddaa+ fi dinyii+ nan roobsa.

  • Yooʼel 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Ani saboota kallattii hundumaatiin jiran irratti murteessuuf achi waanan taaʼuuf,+

      Saboonni kaʼanii gara Sulula* Yoshaafaax haa dhufan.

  • Sefaaniyaa 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yihowaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, hamma guyyaa ani saamichaaf* kaʼuutti,+

      Na eeggachuu* keessan itti fufaa,

      Sababiin isaas, dheekkamsa koo fi aarii koo isa bobaʼu hundumaa isaan irratti dhangalaasuuf,+

      Saboota walitti qabuuf, mootummootas sassaabuuf murtii dabarseera;

      Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa kootiin ni gubatti.+

  • Zakkaariyaas 14:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Yihowaan akkuma guyyaa waraanaatti lolutti+ baʼee saboota sana ni waraana.+

  • Mulʼata 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.

  • Mulʼata 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaanis gara bakka Afaan Ibrootaatiin Armaagedoon*+ jedhamutti walitti isaan qaban.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi