LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 38:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani dhugumaan guddaa of nan godha, of nan qulqulleessa, saboota hedduu durattis of nan beeksisa; isaanis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.’

  • Yooʼel 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Saboota hundumaa walitti qabee

      Gara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa.

      Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,

      Biyya koos waan hirataniif,+

      Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,

      Achitti isaanitti nan murteessa.+

  • Yooʼel 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Guyyaan Yihowaa sulula* murtoo keessatti waan dhihaateef,+

      Namoonni hedduun, eeyyee, namoonni hedduun sulula* murtoo sana keessa jiru.

  • Mulʼata 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi