Isaayyaas 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+ Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+ Sefaaniyaa 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+
2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+ Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+
14 Guyyaan Yihowaa inni guddaan dhihaateera!+ Inni dhihoo dha, saffisa guddaadhaan dhihaachaa* jira!+ Sagaleen guyyaa Yihowaa sodaachisaa dha.+ Yeroo sanatti loltuun ni iyya.+