Mulʼata 19:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+ Mulʼata 19:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+
11 Anis samiin banamee nan arge, kunoo, fardi adiin+ tokko jira ture. Inni farda irra taaʼes Amanamaa+ fi Dhugaa+ jedhama; inni murtii kan kennus taʼe waraana kan geggeessu qajeelummaadhaani.+
15 Goraadee qaramaanii fi dheeraan saboota ittiin rukutu afaan isaa keessaa ni baʼa;+ inni ulee sibiilaatiin+ isaan ni tiksa. Kana malees, iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuu ni dhidhiita.+