12 “Dhaʼichi Yihowaan saboota Yerusaalem irratti waraana banan hundumaa ittiin rukutu isa kana:+ Foon isaanii utuma isaan miila isaaniitiin dhaabbatanii jiranii ni tortora, ijji isaanii boolla isaa keessatti ni tortora, arrabni isaaniis afaan isaanii keessatti ni tortora.