2 Mootota 19:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Ani ofii kootii+ fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee+Magaalaa+ kana nan eega; ishiis nan oolcha.”’” 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+ Yooʼel 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+
34 “Ani ofii kootii+ fi tajaajilaa koo Daawitiif jedhee+Magaalaa+ kana nan eega; ishiis nan oolcha.”’” 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+
2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+