LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 36:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Ermiyaas Baaruk+ ilma Neriyaa ni waame; sana booda Ermiyaas dubbii Yihowaan isatti dubbate hundumaa afaaniin isatti ni hime; Baarukis maraa kitaabaa sana irratti barreesse.+

  • Ermiyaas 45:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Yehoyaaqiim ilmi Yosiyaas mootii taʼee waggaa arfaffaatti,+ yommuu Baaruk+ ilmi Neriyaa dubbii Ermiyaas afaaniin itti hime kana kitaaba irratti barreessetti+ dubbiin Ermiyaas isatti dubbate isa kana:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi