Leewwota 26:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu. Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
31 Magaalota keessan goraadeedhaaf dabarsee nan kenna;+ iddoowwan qulqulluu keessanis ona nan godha; aarsaawwan keessan warra urgaan isaanii gammachiisu* hin urgeeffadhu.
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.