Keessa Deebii 9:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+ 2 Mootota 17:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Israaʼelonni wantoota Waaqa isaanii Yihowaa duratti sirrii hin taane hordofu turan. Isaan masaraa eegumsaa irraa jalqabee hamma magaalaa dallaa dhagaa qabduutti,* magaalota isaanii hunda keessatti iddoowwan ol kaʼoo ni ijaaran.+
7 “Akkaataa lafa onaa keessatti Waaqa kee Yihowaa itti dheekkamsiiste sana yaadadhu; matumaas hin irraanfatin.+ Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baatan irraa jalqabee hamma iddoo kana geessanitti Yihowaa irratti finciltaniittu.+
9 Israaʼelonni wantoota Waaqa isaanii Yihowaa duratti sirrii hin taane hordofu turan. Isaan masaraa eegumsaa irraa jalqabee hamma magaalaa dallaa dhagaa qabduutti,* magaalota isaanii hunda keessatti iddoowwan ol kaʼoo ni ijaaran.+