Hisqiʼel 11:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+
19 Anis garaa tokko isaaniif nan kenna;+ hafuura haaraa isaan keessa nan kaaʼa;+ garaa dhagaa taʼe qaama isaanii keessaa baasee+ garaa foon taʼe* isaaniif nan kenna;+