LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 50:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Yihowaan akkana jedha: “Guyyaa sanattii fi yeroo sanatti namoonni Israaʼelii fi namoonni Yihudaa waliin ni dhufu.+ Yommuu deemanis ni booʼu;+ waliin taʼanii Waaqa isaanii Yihowaa ni barbaaddatu.+

  • Hisqiʼel 37:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 akkana isaaniin jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Ani ulee Yoseef isa harka Efreem keessa jiruu fi kan gosoota Israaʼel warra isaa wajjin jiranii taʼe sana fuudhee ulee Yihudaatti nan qabsiisa; ulee tokko isaan nan godha;+ isaanis harka koo keessatti tokko ni taʼu.”’

  • Hoseʼaa 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi